Yaadannoo Guyyaa Gootota Oromoo fi Waamicha Tokkummaa
Kabaja Guyyaa Gootota Oromoo fi Waamicha Tokkummaa Ebla 15 uummata Oromoo biratti guyyaa hiika guddaa qabu dha Guyyaa Gootota Oromoo. Guyyaan kun kan kennamu gootota dhiiraa fi dubartoota bilisummaa fi kabajaa saba Oromoo tiif lubbuu isaanii wareegan kabajuudhaaf. Yeroo guyyaa kabajaa kana yaadannu, akkasumas akka sabaatti tokkummaa keenya cimsinee, fedhii dhuunfaa olitti darbuun, wal taanee...
