Qabsoon Bilisummaa Oromo Essaa Ka’ee Eessa Gaye?
• KUTAA 1FFAA • Seensaa Oromoon jaarraa hedduuf ummata walaba ta’e aadaa fi, sirna ofin, bulaa tureedha. Sirni Gadaa, Oromoon ittiin bulaa ture, bu’ura dimokiraasii isaa ture. Haata’uuti bara 1880 fi 1890 keessa Abisiniyaan Oromoo koloneefatee jira. Osoo hin koloneefatamin dura, walabummaan biyyaa isaa akka hin tuqamnetti humnoota koloneefata dura dhaabachuun qabsoo adda addaa gochaa...